Baga Masaka Ijaarsaatti Nagaan Dhufte.
Masakni kun Qindaa'inoota akka kennitu si gaafata.
Jala fuula tokkoon tokkooniirratti qabdoonni naanna'iinsaa Masaka Ijaarsaa keessa si qajeelchan ni jiru:
'Duubatti' fuula darbetti si deebisa.
'Itti aanee' fuula itti aanutti si geessa.
'Dhiisi' mosaajjii kana osoo hin ijaarin Masaka Ijaarsaa dhaaba.
'Gargaarsa' Gargaarsa odeeffannoo dabalataa waa'ee fuula amma.
'Tole' fuula Gargaarsaa keessaa bahee Masaka Ijaarsaatti si deebisa.